LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 12
  • ‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Iyyoob Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼee kan Jiraate Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Fakkeenyota Faarfannaa Geggeessaa Hafuuraatiin Barreeffame Keessatti Ibsaman Irraa Baradhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 12
Maatiin Israaʼel tokko mana isaanii alatti muka tokko jala taaʼanii gammachuudhaan haasaʼaa jiru. Isaan biratti hoolonni dheedaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’

Namoonni sagalee Yihowaa dhagaʼan eebba hedduu argatu (Kes 28:1, 3-6; w10 12/15 19 key. 18)

Eebbawwan Yihowaa tajaajiltoota isaa warra ajajamoo taʼan hordofanii bira gaʼu (Kes 28:2; w01-AM 9/15 10 key. 2)

Yihowaan ‘gammachuudhaan, akkasumas garaa gammaduun’ akka isaaf ajajamnu barbaada (Kes 28:45-47; w10 9/15 8 key. 4)

Walgaʼii naannoo tokko booda obboloonnii fi obboleettonni sanyii garaa garaa qaban waliin nyaachaa jiru.

Tajaajiltoonni Yihowaa ajajamoo taʼan yeroo harʼaatti eebba hedduu argachaa jiru, dhiheenyatti immoo eebbawwan waadaa galaman hordofanii isaan bira gaʼu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi