LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 8
  • Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Iyyoob Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼee kan Jiraate Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • ‘Eebbawwan kun Hundi Hordofanii Si Bira Gaʼu’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Hattuu Israa’el Keessa Ture
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 8
Suuraawwan garaa garaa: 1. Aakaan dhoksaatti wantoota boojiʼaman keessaa fudhachaa jira. 2. Obboleessi tokko halkan walakkaa wanta sirrii hin taane ilaalaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wantoota Gatii hin Qabne Irraa Fagaadhaa

Ijji Aakaan wanta kan isaa hin taane akka fudhatu isa kakaaseera (Iya 7:1, 20, 21; w10 4/15 20 key. 5)

Gochi Aakaan maatii isaa irras taʼe guutummaa saba Israaʼel irratti miidhaa geessiseera (Iya 7:4, 5, 24-26; w97-AM 8/15 28 key. 2)

Of toʼachuu qabna (1Yo 2:15-17; w10 4/15 21 key. 8)

Wantoota gatii hin qabnee fi addunyaa haaraa qajeelummaan keessa buufatu keessa hin jiraanne irra fagaachuu qabna.—2Ph 3:13.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi