LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 16
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhugaa Baʼuu Jiʼa Sadaasaatiif (Duula Addaa)
  • Dhugaa Baʼuu Jiʼa Muddeetiifa
  • Deddeebii Gaaffiib
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Dhugaa Baʼuu Jiʼa Sadaasaatiif (Duula Addaa)

Gaaffii: Dhuguma jeequmsii fi waraanni ni hafaa?

Caqasa: Fr 37:10, 11

Yeroo Itti Aanuuf: Waadaa Kitaaba Qulqulluu kamtu abdii nuuf kenna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • “Masaraa Eegumsaa” Lakk. 2 2021.

    wp21.2 5

Dhugaa Baʼuu Jiʼa Muddeetiifa

Gaaffii: Kitaaba Qulqulluudhaaf ilaalcha akkamii qabda?

Caqasa: Rom 15:4

Yeroo Itti Aanuuf: Waadaa Kitaaba Qulqulluu kamtu abdii nuuf kenna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu

    lffi barumsa 01 qabxii 5

Deddeebii Gaaffiib

Gaaffii: Waadaa Kitaaba Qulqulluu kamtu abdii nuuf kenna?

Caqasa: Mul 21:3, 4

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaaba Qulqulluu hubachuuf maaltu nu gargaara?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • lffi barumsa 02 qabxii 2; wp21.2 14

    Birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu
    “Masaraa Eegumsaa” Lakk. 2 2021.

a b Gaaffii fi yeroo itti aanuuf isa jedhu akka naannoo keessaniif taʼutti jijjiiruu dandeessu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi