LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 2
  • Baarzilaay—Nama Humna Ofii Beekuu Irratti Fakkeenya Ta’u

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baarzilaay—Nama Humna Ofii Beekuu Irratti Fakkeenya Ta’u
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kiristiyaanonni Maanguddoota Taatan—Yihowaan Amanamummaa Keessaniif Iddoo Guddaa Kenna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa Ija Godhachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 2
Baarzilaay affeerraa Daawiti Mootichi isaaf dhiheesse fudhachuu didaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Baarzilaay—Nama Humna Ofii Beekuu Irratti Fakkeenya Ta’u

Daawit Mootichi mirga tokko isaaf kennuuf Baarzilaayiin gaafatee ture (2Sa 19:32, 33; w07-AM 7/15 14 key. 5)

Baarzilaay humna isaa waan beekuuf affeerraa isaaf dhihaate akka hin fudhanne kabajaan ibseera (2Sa 19:34, 35; w07-AM 7/15 14 key. 7)

Akkuma Baarzilaay humna keessan kan beektan ta’aa (w07-AM 7/15 15 key. 1-2)

Humna keenya beekuun keenya wanta gochuu dandeenyuu fi gochuu hin dandeenye beekuuf nu gargaara. Yihowaa gammachiisuuf humna keenya beekuu qabna. (Mik 6:8) Amala kana yommuu argisiisnu kan fayyadamnu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi