LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 8
  • Aasaan Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhateera—Ati Hoo?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Aasaan Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhateera—Ati Hoo?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Gatii Dadhabbii Keessanii In Argattu’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Yeroo Nagaa Ogummaadhaan Fayyadamaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajilaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Yihowaan Kan Nutti Dhihaatu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Aasaan Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhateera—Ati Hoo?

Aasaan hinaaffaadhaan waaqeffannaa dhugaatiif dhaabbateera (1Mo 15:11, 12; w12 8/15 8 key. 4)

Aasaan ija jabinaan hariiroo maatii isaatiif qabu caalaa waaqeffannaa isaatiif iddoo guddaa kenneera (1Mo 15:13; w17.03 19 key. 7)

Aasaan dogoggora kan raawwate taʼus, amaloota gaarii qabuun kan kaʼe Yihowaan nama amanamaa akka taʼeetti isaa ilaaleera (1Mo 15:14, 23; it-1-E 184-185)

Ilmi tokko shaanxaa isaa qabatee manaa bahaa jira. Abbaan isaa haadha isaa fi obboleettii isaa booʼaa jiran hammatee jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Waaqeffannaa dhugaatiif hinaaffaa akkan qabu argisiisaan jiraa? Nama miseensa maatii koo taʼe dabalatee namoota Yihowaa dhiisan wajjin hariiroon qabu addaanan kutaa?’—2Yo 9, 10.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi