LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 9
  • “Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • B8 Mana Qulqullummaa Solomoon Ijaare
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Waaqeffannaa Dhugaatiif Falmeera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 9
Eeliyaas, raajonni Baʼaalii fi namoonni kaan ibiddi samii irraa dhufe aarsaa gubamuu fi iddoo aarsaa irra jiru yeroo nyaatu ilaalaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”

Eeliyaas Israaʼelonni murtoo gochuu akka qaban ifa isaaniif godheera (1Mo 18:21; w17.03 14 key. 6)

Baʼaal waaqa dhugumaan jiru miti (1Mo 18:25-29; ia 102 key. 15)

Yihowaan karaa dinqisiisaa taʼeen waaqummaa isaa argisiiseera (1Mo 18:36-38; ia 104 key. 18)

Eeliyaas sabichi Seera Yihowaatiif ajajamuudhaan amantii akka qaban akka argisiisan isaanitti himeera. (Kes 13:5-10; 1Mo 18:40) Yeroo harʼaatti, ajajawwan Yihowaatiif akka gaariitti ajajamuudhaan amantii akka qabnuu fi namoota Waaqayyoof bulle akka taane argisiisna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi