LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 10
  • Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Hamma Yoomiitti Yaada Lamaan Okkoltu?”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • B8 Mana Qulqullummaa Solomoon Ijaare
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa

Eeliyaas sodaachuu isaatiin kan kaʼe lubbuu isaa oolfachuuf jedhee baqateera (1Mo 19:3, 4; w19.06 15 key. 5)

Yihowaan gargaarsa qabatamaa isaaf godheera, akkasumas karaa dinqisiisaa taʼeen humna isaa isatti argisiiseera (1Mo 19:5-7, 11, 12; ia 118 key. 13; 120 key. 21)

Yihowaan hojii hojjetu isaaf kenneera (1Mo 19:15-18; ia 122 key. 22)

Obboleessi mana hidhaa jiru nama isa eeguuf dhugaa bahaa jira.

Yihowaan yeroo harʼaatti karaa Kitaaba Qulqulluu isa Dubbii isaa taʼen nutti dubbachaa jira; kunis inni dhugumaan akka nuuf yaaduu fi hojii iddoo guddaa qabu akka nuuf kenne nu yaadachiisa.—1Qo 15:58; Qol 3:23.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi