LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 9
  • Nu Tajaajiluuf Jecha Jabaatanii Hojjetu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Nu Tajaajiluuf Jecha Jabaatanii Hojjetu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obboloota “Kennaa” Taʼan Akka Dinqisiifattan Argisiisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Jajjabina Walirraa Argachuu
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • ‘Phaawulos Waaqayyoon Galateeffate; Akkasumas Jajjabina Argate’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 9
Suuraawwan garaa garaa: Ilaaltuun olaanaa aanaa tokko gumii daawwachaa jira. 1. Walgaʼii tajaajila dirree geggeessaa jira. 2. Qaama jaarsolii wajjin walgaʼiirra jira. 3. Obboleessa dargaggeessa taʼee wajjin tajaajilaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Nu Tajaajiluuf Jecha Jabaatanii Hojjetu

Ilaaltonni olaanoo aanaa fi haadhotiin manaa isaanii obboloota tajaajilanitti jaalala fedhii ofii aarsaa godhu argisiisu. Akkuma keenya isaanis dhuunfaadhaan wanti isaan barbaachisu jira; darbee darbeemmoo dadhabbiin, abdii kutannaanii fi dhiphinni isaanitti dhagaʼama. (Yaq 5:17) Taʼus torban torbaniin, obbolootaa fi obboleettota gumii daawwatan keessa jiran jajjabeessuu irratti xiyyeeffatu. Dhugumayyuu ilaaltonni olaanoo aanaa “ulfina guddaa argachuu qabu.”—1Xi 5:17.

Phaawulos gumii achi jiruuf “kennaa hafuuraa” kennuuf jecha Roomaa daawwachuuf yeroo karoorfatetti, isaanii wajjin ‘wal jajjabeessuuf’ hawwiidhaan eeggataa ture. (Rom 1:11, 12) Ilaaltuu olaanaa aanaa keessanii fi gaaʼela dhaabbateera yoo taʼemmoo haadha manaa isaa akkamitti akka jajjabeessitan yaaddanii beektuu?

VIIDIYOO ILAALTUU OL AANAA AANAA NAANNOO BAADIYYAA DAAWWATU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Ilaaltonni olaanoo aanaa fi haadhotiin manaa isaanii jaalala fedhii ofii aarsaa godhu gumiitti kan argisiisan akkamitti?

  • Carraaqqiin isaan godhan dhuunfaatti kan si fayyade akkamitti?

  • Isaan jajjabeessuu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi