LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 10
  • ‘Gammachuun Yihowaa Dahoo Keessani’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Gammachuun Yihowaa Dahoo Keessani’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Michoota Yeroo Filattan Yihowaaf Amanamoo Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • ‘Gammachuu Waaqayyo Kennu’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 10
Ezra holding a scroll and praising Jehovah before the people.

Izraan Seericha sabichaaf dubbisaa fi Yihowaa jajachaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Gammachuun Yihowaa Dahoo Keessani’

Sabichi yeroo Izraan Seericha dubbisu dhagaʼuuf walitti qabamee ture (Nah 8:1, 2; w13 10/15 21 key. 2; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yeroon kun yeroo Yihowaa waaqeffachuudhaan itti gammadanidha malee, yeroo cubbuu kanaan dura raawwatanitti gaddan hin turre (Nah 8:9, 11, 12)

Gammachuun Yihowaa tajaajiltoota isaatiif dahoodha (Nah 8:10; w07 8/1 10-11 key. 9-10)

Hiriyoonni gaaʼelaa dargaggoota taʼan hiriyoota gaaʼelaa maanguddoota taʼanii wajjin walgaʼii naannoo irratti gammachuudhaan haasaʼaa jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Rakkoowwan jiraatanis gammaduuf sababiiwwan adda taʼan akkamiin qaba?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi