LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 5
  • Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Yihowaa Abdadhu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa

Firoonni Iyyoob isarraa of fageessan (Iyo 19:13)

Tajaajiltoonni Iyyoobii fi ijoolleen isa kabajuu dhiisan (Iyo 19:16, 18)

Michoonni Iyyoob warri baayʼee isatti dhihaatan isa irratti kaʼan (Iyo 19:19)

Hiriyoonni ga⁠a⁠ʼelaa tokko obboleettii rakkatte gargaaraa jiru. Yeroo haati manaa obboleettii sana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachaa jirtutti abbaan manaa ishii immoo siinkii kutaa nyaata itti qopheessan suphaafii jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: Obboleessa ykn obboleettii haala rakkisaa keessa jiranitti jaalala argisiisuu koo itti fufu kanan dandaʼu akkamitti?—Fak 17:17; w22.01 16 key. 9; w21.09 30 key. 16; w90-E 9/1 22 key. 20.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi