LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 10
  • Amanamaa Taʼuun Nama Mudaa hin Qabne Taʼuu hin Gaafatu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amanamaa Taʼuun Nama Mudaa hin Qabne Taʼuu hin Gaafatu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Amanamummaa Keessan Eeggadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Amanamummaadhaan Ni Deddeebina!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Amanamummaakee Eeguu Kan Qabdu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabdan Hammam Cimaa Akka T⁠a⁠ʼe Argisiisuu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Amanamaa Taʼuun Nama Mudaa hin Qabne Taʼuu hin Gaafatu

Iyyoob dogoggoraan Waaqayyoon ceephaʼeera (Iyo 27:1, 2)

Iyyoob dogoggora raawwatee kan ture taʼus, akka nama amanamaatti of ilaaluu dandaʼa ture (Iyo 27:5; it-1-E 1210 key. 4)

Amanamaa taʼuun nama mudaa hin qabne taʼuu utuu hin taʼin, garaa guutuudhaan Yihowaa jaallachuu gaafata (Mat 22:37; w19.02 3 key. 3-5)

Obboleessi tokko dogoggora kanaan dura hojjeteen baa⁠⁠y⁠ʼee dhiphachaa jira. Yeroo booda garuu gammachuu fi amanannaatu fuula isaa irraa mu⁠⁠l⁠ʼata.

KANA IRRATTI XIINXALI: Yihowaan nama mudaa hin qabne akka taanu kan nu irraa hin eegne taʼuu isaa beekuun keenya, abdii akka hin kutanne kan nu gargaaru akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi