LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 15
  • Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Poornoogiraafiirraa Fagaachuu Kanan Qabu Maaliifi?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Poornoogiraafiin Miidhaa Qabaa?
    Masaraa Eegumsaa: Poornoogiraafiin Miidhaa Qabaa?
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Macaafni Qulqulluun Poornoogiraafii Ni Balaaleffataa?
    Dammaqaa!—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 15

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?

Yeroo harʼaatti poornoogiraafiin bakka hundaa jira, akkasumas salphaatti argama. Namoota amantaa qaban dabalatee namoonni hedduun, poornoogiraafii wanta miidhaa hin qabne akka taʼetti ilaalu.

Suuraawwan: Suuraawwan viidiyoo “Waaqayyo Poornoogiraafii Akka Cubbuutti Ilaalaa?” jedhamu irraa fudhataman. 1. Dhiironni lamaa fi dubartiin tokko bakka atoobisiin dhaabbatu dhaabbatanii moobaayilii isaaniitti fayyadamaa jiru. Dhiironni lamaan sun wanta “XXX” jedhamu ilaalaa jiru. 2. Booda immoo, isaan keessaa inni tokko haadha manaa isaa wajjin mata duree jw.org irra jiruu fi “Macaafni Qulqulluun poornoogiraafii ni balaaleffataa?” jedhu dubbisaa jiru.

VIIDIYOO WAAQAYYO POORNOOGIRAAFII AKKA CUBBUUTTI ILAALAA? JEHDAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFII ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Caqasawwan armaan gaditti argaman ilaalcha Waaqayyo poornoogiraafiif qabu hubachuuf kan nu gargaaran akkamitti?

  • 1Qo 6:9, 10

  • Mat 5:28

  • Qol 3:5

  • Yaq 1:14, 15

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi