LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp22 Lakk. 1 ful. 3
  • Jibba Injifachuu ni Dandeenya!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jibba Injifachuu ni Dandeenya!
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jibbi Hamma Kana kan Baayʼate Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Seensa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Jibbi Bara Baraaf ni Balleeffama!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Addunyaan Jibbaan Guutameera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
wp22 Lakk. 1 ful. 3
Fakkiiwwan garaa garaa: Namni dhiphate tokko jibba isatti marsee jiru irratti yaadaa jira. 1. Dubartiin bilbila qabatte takka tuffiidhaan isa ilaalaa jirti. 2. Dubartii kan biraanis tuffiidhaan isa ilaalaa jirti. 3. Namichi gaazexaa dubbisaa jiru tokkos nyaara itti guuree jira. 4. Gabaasa oduu televizyiniidhaan dhihaachaa jiru.

Jibba Injifachuu ni Dandeenya!

Jibbaan kan kaʼe miidhaan sirra gaʼee beekaa?

Haalli akkasii sirra gaʼee beekuu baatu illee warra kaan irra yeroo gaʼu arguun kee hin oolu. Yeroo baayʼee namoonni sababa lammummaa, sanyii fi saala isaaniitiin yeroo jibbaman ni argina. Kanaan kan kaʼes, mootummoonni hedduun yakka sababa jibbaatiin raawwatamu garaa garaa ilaalchisee seera hedduu baasaa jiru.

Namoonni jibbaman yeroo baayʼee warra kaan ni jibbu. Kanaafuu, haaloo isaan irratti baʼu; kun immoo jibbi akka hin dhaabbanne godha.

Tarii jibbi halaalaa, qoosaan, arrabsoon ykn doorsisni sirra gaʼee beeka taʼa. Haa taʼu malee, jibbi yeroo baayʼee wanta kana irra hammaatus ni geessisa. Tarii gocha gara jabinaa kan akka namatti roorrisuu, qabeenya jalaa balleessuu, miidhaa qaamaa, gudeeddii, ajjeechaa ykn duguuggaa sanyii raawwachuutti illee geessuu dandaʼa.

Barruun kun gaaffilee armaan gadiitiif deebii kennuudhaan jibba injifachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe ibsa:

  • Jibbi hamma kana kan baayʼate maaliifi?

  • Jibba injifachuun kan dandaʼamu akkamitti?

  • Yeroon jibbi itti hin jiraanne ni dhufaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi