LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp22 Lakk. 1 ful. 16
  • Addunyaan Jibbaan Guutameera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Addunyaan Jibbaan Guutameera
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jibba Injifachuu ni Dandeenya!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Jibbi Hamma Kana kan Baayʼate Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
  • Jibbi Hamma Kana kan Babalʼate Maaliifi?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Jibba Injifachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2022
wp22 Lakk. 1 ful. 16
Abbaan qabeenyaa supparmaarkeetii tokko foddaasaa cabe ilaalaa jira; hojjettoonni isaammoo daawitii caccabe kaasaa jiru.

Addunyaan Jibbaan Guutameera

Jibbi bakka hundatti babalʼateera.

Gabaasawwan oduu fi weebsaayitiiwwan hawaasaa dubbii jibbaatiin, ergaa jibbaatiin akkasumas yakka sababa jibbaatiin raawwatamuun kan guutamani dha. Namoota hedduu irra jibbi halaalaa, qoosaan, arrabsoonii fi doorsisni gaʼaa jira, akkasumas qabeenyi isaanii jalaa balleeffamaa jira. Namni sababa jibbaatiin miidhaan irra hin geenye hin jiru!

Barruun kun jibba injifachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe ibsa. Kun abjuu miti. Ammayyuu addunyaa maratti namoonni hedduun jibba injifachaa jiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi