LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w24 Guraandhala ful. 32
  • Qabxii Hojiirra Oolchuu Dandeessu Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabxii Hojiirra Oolchuu Dandeessu Argadhu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 1: Kitaaba Qulqulluu Qoradhu
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Wanta Qoʼatte Warra Kaanitti Himi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
w24 Guraandhala ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Qabxii Hojiirra Oolchuu Dandeessu Argadhu

Kitaaba Qulqulluu yeroo dubbisnu qorannaa gochuudhaan qabxiilee gaggaarii argachuuf yaaluu dandeenya. Maarree, caalaatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti?

Seenaa Kitaaba Qulqulluu tokko yeroo dubbistu wantoota xixiqqoo ibsamaniif xiyyeeffannaa kenni. Fakkeenyaaf, yaada sana kan barreesse eenyu akka taʼe, eenyuuf akka barreeffamee fi yoom akka barreeffame beekuuf yaali. Haallisaa maal akka fakkaatu, wanta sana dura raawwatamee fi wanta sana booda taʼe tilmaamuuf yaali.

Gaaffilee kanarratti qorannaa gochuudhaan barumsa dabarsu hubachuuf yaali: ‘Namoonni waaʼee isaanii dubbisaa jirtu maaltu isaanitti dhagaʼame? Amaloota akkamii argisiisaniiru? Amaloota isaan argisiisan horachuu ykn irraa fagaachuu kan qabdu maaliifi?’

Tajaajilarratti ykn walitti dhufeenya namoota wajjin qabdurratti barumsa argatte hojiirra oolchuuf yaali. Akkas yoo goote akkuma Kitaabni Qulqulluun jedhu ogummaa Waaqayyoo akka qabdu argisiista: “Namni ogeessa taʼe kam iyyuu wantoota kana ni hubata.”—Far. 107:43.

  • Gorsa gaarii: Mata dureen walgaʼii torban gidduurratti dhihaatuu fi Beekumsa Dubbii Waaqayyoo Irraa Argamu jedhu barumsa arganne akkamitti hojiirra akka oolchinu yaaduuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe hubadhu. Kutaan kun gaaffilee of gaafachuu dandeenyu, qabxiilee irratti yaaduu dandeenyuu fi fakkiiwwan irratti xiinxaluu dandeenyu qabateera.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi