LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Hagayya ful. 32
  • Qabiyyee Hiika Addunyaa Haaraatti Guutummaatti Fayyadami

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Hiika Addunyaa Haaraatti Guutummaatti Fayyadami
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Mana Kitaaba Harka Keessan Irra Jiru
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
  • JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Hagayya ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Qabiyyee Hiika Addunyaa Haaraatti Guutummaatti Fayyadami

Kitaabni Qulqulluun Hiikni Addunyaa Haaraa caqasoota wal fakkaatan (marginal references) qaba. Caqasoonni kun yaada maddiisaanii jiruu wajjin walitti dhufeenya waan qabaniif kutaawwan Kitaaba Qulqulluu akka wal siman argisiisu. Caqasoota kana qubeewwan xixinnoo jecha tokkotti aananii jiran ilaaluudhaan argachuun ni dandaʼama. Kitaaba Qulqulluu maxxanfamerraa caqasoota kana argachuuf toora gidduu kitaabichaarraa qubee sana barbaadi. Weebsaayitii jw.org ykn appilikeeshinii JW Library® irratti caqasoota wal fakkaatan argachuuf qubee jecha tokkotti aanee jiru tuqi.

Caqasoonni wal fakkaatan (marginal references) kun kanneen armaan gadii keessaa isa tokkotti ykn isaa olitti si geessuu dandaʼu:

Seenaa wal fakkaatu: Caqasoonni kun gara caqasoota kan biroo seenaa wal fakkaatu qabatanitti si geessu. Fakkeenyaaf, 2 Saamuʼel 24:1 fi 1 Seenaa Baraa 21:1 ilaali.

Yaada caqasa biraarraa fudhatame: Caqasoonni kun gaaleen ykn yaanni tokko eessarraa akka fudhatame argisiisu. Fakkeenyaaf, Maatewos 4:4 fi Keessa Deebii 8:3 ilaali.

Raajii raawwiisaa argate: Caqasoonni kun raajii tokkoo fi raawwiisaa wal qabsiisu. Fakkeenyaaf, Maatewos 21:5 fi Zakkaariyaas 9:9 ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi