LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mrt mataduree 90
  • Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?
  • Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jireenyi Akka Duraaniitti ni Deebiʼaa Laata? Kitaabni Qulqulluun Jijjiirama Weerara Dhibeetiin Dhufe Dandamachuuf Akkamitti nu Gargaara?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Dhiibbaa Dhibee Daddarbaan Fidu Dandamachuu
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Namoonni Miiliyoona 6 Taʼan KOOVIIDIIN Duʼaniiru—Kana Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Dhibee Addunyaa Maratti Babalʼate
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Mata Dureewwan Dabalataa
mrt mataduree 90
Daaʼimni booʼaa jiru tokko kaasuu haadha isaa keessa taʼuudhaan yaalii fayyaa argachuuf dabaree eeggachaa jira.

John Moore/Getty Images

Yaalii Fayyaa—Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

“Addunyaa maratti KOOVIID-19 waan dhaabbateef qofa, dhibeen fayyaa namoota addunyaa maratti argamanii balaadhaaf saaxilu hin dhufu jennee yaaduu hin qabnu.. . . Gara fuulduraattis weerarri kan biraan dhufuun isaa waan hin oolleef qophaaʼuu qabna.”—Doktar. Teediros Adihaanom Gabrayesuus, daarikteera waliigalaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Caamsaa 22, 2023.

Namoonni hedduun ammayyuu miidhaa qaamaa fi sammuu weerarri dhibeen KOOVIID-19 geessisee wajjin qabsoo gochaa jiru. Mootummoonnii fi dhaabbileen yaalii fayyaa weerara dhibee itti aanee kaʼuuf qophaaʼuun isaanii qofti, dhibee fayyaa yeroo ammaatti nu mudatuuf furmaata argamsiisuu dandaʼaa?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee mootummaa yaalii fayyaa nuyi barbaannu nuu kennuu dandaʼuu ni ibsa. ‘Waaqni samii mootummaa matumaa hin balleeffamne tokko akka hundeessu’ dubbata. (Daaniʼel 2:44) Bulchiinsa sana jalatti, “Jiraattota biyyattii keessaa tokko illee, ‘Na dhukkuba’ hin jedhu.” (Isaayyaas 33:24) Namni hundi fayya buleessa taʼa, jabina bara dargaggummaa isaas ni qabaata.—Iyyoob 33:25.

Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?

Barruu “Masaraa Eegumsaa” mata duree “Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?” jedhu qabu

Maxxansa barruu Masaraa Eegumsaa mata duree “Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?” jedhu akka dubbistu si affeerra. Gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii argachuuf carraaqqii godhi:

  • Mootiin Mootummaa Waaqayyoo Eenyu?

  • Mootummaan Waaqayyoo Lafa kan Bulchu Yoomi?

  • Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi