LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mrt mataduree 107
  • Yesuus Waraana ni Balleessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Waraana ni Balleessa
  • Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yesuus Hiyyummaa ni Balleessa
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Namoota Nagaa Eenyutu Oolcha?—Kitaabni Qulqulluun Maal jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Siyaasaan Wal Qoqqooduun kan Baayʼate Maaliifi?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mootummaa Waaqayyoo—Yesus Bakka Guddaa Kan Kenneef Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Mata Dureewwan Dabalataa
mrt mataduree 107
Ijoolleen taaʼanii jiran lama lafa waraanaan miidhame ilaalaa jiru.

AspctStyle/stock.adobe.com

Yesuus Waraana ni Balleessa

Yesuus yeroo lafarra turetti lubbuu isaallee namootaaf aarsaa gochuudhaan baayʼee akka isaan jaallatu argisiiseera. (Maatewos 20:28; Yohaannis 15:13) Yeroo dhihoottis aangoo Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼuudhaan qabutti fayyadamee ‘guutummaa lafaa irraa waraana balleessuudhaan’ namoota akka jaallatu ni argisiisa.—Faarfannaa 46:9.

Mee wanti Yesuus raawwatu Kitaaba Qulqulluu keessatti akkamitti akka ibsame haa ilaallu:

  • “Inni hiyyeessa gargaarsa argachuuf iyyatu, akkasumas isa rakkataa taʼee fi isa gargaaraa hin qabne kam iyyuu ni oolcha. Isa rakkataa fi isa hiyyeessa taʼeef ni gadda, lubbuu hiyyeeyyiis ni oolcha. Cunqursaa fi hammina irraa isaan oolcha.”—Faarfannaa 72:12-14.

Wantoota Yesuus nuuf raawwatee fi gara fuulduraatti nuuf raawwatuuf dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? Karaan inni tokko waaʼee “misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo” isa inni lallabaa turee caalaatti beekuudha. (Luqaas 4:43) Mata duree “Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?” jedhu dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi