LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwfq mataduree 7
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa?
  • Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Maal Jedhanii Amanu?
    Dhugaa Baatonni Yihowaa Maal Jedhanii Amanu?
  • Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa Maal Beekta?
    Dammaqaa!—2016
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Yesusitti Ni Amanuu?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • “Kiristos” Duukaa Bu’uu Kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
ijwfq mataduree 7
Dubartii Macaafa Qulqulluu qayyabachaa jirtu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa?

Eeyyee. Sababiiwwan armaan gaditti argaman Kiristiyaanota taʼuu keenya kan mirkaneessanidha:

  • Barumsa Yesus Kiristosiifi amalootasaa sirritti hordofuuf carraaqii goona.—1 Phexros 2:21.

  • Fayyina kan argannu karaa Yesus jechuunis, “maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf taʼu, waaqa jalaa ilmaan namootaaf” akka hin kennamne ni amanna.—Hojii Ergamootaa 4:12.

  • Namoonni Dhugaa Baatota Yihowaa ennaa taʼan kan cuuphaman maqaa Yesusiinidha.—Maatewos 28:18, 19.

  • Kadhannaa keenya kan dhiheessinu maqaa Yesusiinidha.—Yohannis 15:16.

  • Yesus mataa akka taʼe, jechuunis dhiira hundarratti aangoo akka qabu ni amanna.—1 Qorontos 11:3.

Haataʼu malee, amantiiwwan Kiristiyaanota jedhamanii waamaman kaanirraa karaawwan hedduudhaan garaagarummaa qabna. Fakkeenyaaf, Macaafni Qulqulluun Yesus kutaa Sillaasee utuu hin taʼin, Ilma waaqayyoo akka taʼe akka barsiisu amanna. (Miilkiyaas 2:10) Lubbuun hin duutu jennee hin amannu; Macaafa Qulqulluu keessa waan hin jirreef, Waaqayyo namoota barabaraaf ibidda qililleedhaan gubuudhaan akka adabus hin amannu; akkasumas namoonni amantii keessatti dursa fudhatanii geggeessan maqaa ulfinaa namoota kaanirra akka caalan argisiisuun waamamuu akka qaban hin amannu.—Lallaba 9:5; Hisqiʼel 18:4; Maatewos 23:8-10.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi