LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwbq mataduree 27
  • Waaʼee Maalii Kadhachuun Dandaʼa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaʼee Maalii Kadhachuun Dandaʼa?
  • Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Deebii Kitaaba Qulqulluu
  • Mirga Kadhannaa
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Akkamitti Kadhachuu Qabna?—Kadhannaan Gooftaa Hunda Irra kan Caalu Dhaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaadhu
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
ijwbq mataduree 27

Waaʼee Maalii Kadhachuun Dandaʼa?

Deebii Kitaaba Qulqulluu

Akkuma Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsametti, ulaagaa Waaqayyo baase wajjin hamma wal simetti wanta barbaadde kam iyyuu ilaalchisee kadhachuu dandeessa. “Wanti kadhannu maal iyyuu yoo taʼe, akka fedhii [Waaqayyootti] yoo kadhanne inni nu dhagaʼa.” (1 Yohaannis 5:14) Wantoota dhuunfaatti nu yaaddessan kaasnee kadhachuu ni dandeenyaa? Eeyyee. Kitaabni Qulqulluun, “Wanta garaa keessanitti yaaddan [Waaqayyo] duratti dhangalaasaa!” jedha.—Faarfannaa 62:8.

Wantoota armaan gadii ilaalchisee kadhachuu dandeenya

  • Waaqayyo irratti amantii qabaachuuf.—Luqaas 17:5

  • Wantoota gaarii hojjechuuf hafuura qulqulluu ykn humna Waaqayyoo isa hojii irra jiruu argachuuf.—Luqaas 11:13.

  • Jabina rakkoowwanii fi qorumsawwan dandamachuuf nu gargaaru argachuuf.—Filiphisiyus 4:13.

  • Nagaa keessaa fi tasgabbii argachuuf.—Filiphisiyus 4:6, 7.

  • Ogummaa murtoo gaarii gochuuf nu gargaaru argachuuf.—Yaaqoob 1:5.

  • Wantoota guyyaa guyyaadhaan nu barbaachisan argachuuf.—Maatewos 6:11.

  • Dhiifama cubbuu argachuuf.—Maatewos 6:12.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi