MICHOOTA YIHOWAARRAA BARADHU
Dibooraa
Michuu Yihowaa kan taate Dibooraarraa barachuuf gilgaala kana maxxanfadhuu fayyadami.
Warri, ijoollee keessan wajjin Abbootii Murtii 4:4-10 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.
Gilgaala kana buufadhuutii maxxanfadhu.
Fakkiiwwan fuula jalqabaarra jiran kutii baasi, achiis qajeelfama kennametti fayyadamuudhaan bakka duwwaa fuula lammaffaa irra jirurra galchi. Wantoota kana yommuu wal faana hojjettanitti, gaaffiiwwan viidiyoo irratti kaʼaniif deebii kennaa. Gilgaalota kanaan dura akkasitti hojjette qabda taanaan, walitti fidachuudhaan kitaaba godhi.