MICHOOTA YIHOWAARRAA BARADHU
Iyyaasuu fi Kaaleb
Iyyaasuu fi Kaaleb warra michoota Yihowaa taʼan irraa barachuuf gilgaala kana maxxanfadhu.
Warri, ijoollee keessanii wajjin Seera Lakkoofsaa 13:30–14:10 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.
Gilgaala kana buufadhuutii Piriintii godhadhu.
Fakkiiwwan fuula tokkoffaa irra jiran kutii baasi, achiis qajeelfama kenname hordofuudhaan isa kuttee baaste fuula lammaffaa irra galchi. Gilgaala kana hojjechaa gaaffiiwwan viidiyoo irra jiran irratti mariʼadhaa. Gilgaalota kanaan dura akkasitti hojjette qabda taanaan, walitti qabdee bifa kitaabaatiin kaaʼachuu dandeessa.