MICHOOTA YIHOWAA IRRAA BARADHU
Joseph
Yoseef isa michuu Yihowaa taʼe irraa barachuuf gilgaala kanatti fayyadami.
Warri, ijoollee keessanii wajjin Uumama 45:1–11 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.
Gilgaala kana buufadhaatii Piriintii godhadhaa.
Fakkiiwwan fuula 1ffaa irra jiran kutii baasi, Achiis qajeelfama kenname hordofuudhaan fakkiiwwan kuttee baaste sana iddoo duwwaa fuula 2ffaa irratti argamurra galchi. Yeroo wantoota kana hojjettanitti, achumaan gaaffiiwwan viidiyicha irratti argaman irratti mariʼadhaa. Fakkiiwwan gilgaalota kanaan duraa irratti akkasitti hojjette qabda taanaan, walitti qabiitii iddoo tokko kaawwadhu.