LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Hisqiʼel 37:1-14 fi Mulʼanni 11:7-12 waaʼee karaa hafuuraa iddootti deebiʼuu bara 1919⁠tti raawwatamee dubbatu. Haa taʼu malee, raajiin Hisqiʼel irratti argamu, sabni Waaqayyoo hundi yeroo dheeraadhaaf boojuu jala erga turanii booda karaa hafuuraa suuta suutaan iddootti akka deebiʼan dubbata. Gama biraatiin, raajiin Mulʼata irratti argamu, garee xinnoon obboloota dibamoo geggeessitoota turan of keessatti qabate, yeroo muraasaaf hojii isaa erga dhaabee booda karaa hafuuraa deebiʼee dhalachuu isaa argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi