Miiljalee
b Namoonni gumiidhaa baafaman hariiroo Yihowaa wajjin qaban haareffachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe, akkasumas jaarsoliin isaan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe beekuuf mata duree, “Michummaa Yihowaa Wajjin Qabdu Haareffadhu” jedhuu fi maxxansa kana keessatti argamu ilaali.