LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Muddee 9-15
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2024 | Sadaasa

MUDDEE 9-15

FAARFANNAA 119:1-56

Faarfannaa 124 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. “Dargaggeessi Akkamitti Daandii Isaa Qulqulluu Godhee Eeguu Dandaʼa?”

(Daq. 10)

Yeroo hunda of eeguudhaan (Fr 119:9; w87-E 11/1 18 key. 10)

Yaadachiisawwan Waaqayyootti maxxanuudhaan (Fr 119:24, 31, 36; w06 6/15 25 key. 1)

Wanta gatii hin qabne ilaaluurraa ija isaa deebisuudhaan (Fr 119:37; w10 4/15 20 key. 2)

Obboleessi dargaggeessi tokko q⁠o⁠ʼannaa dhuunfaa gochaa jira.

AKKAS JEDHII OF GAAFADHU, ‘Yaadachiisawwan karaa naamusaa qulqulluu taʼee jiraachuuf na gargaaran akkamii argadheera?’

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 119—Faarfannaan kun mala walaloo akkamiitiin barreeffame? Akkasitti kan barreeffame hoo maaliifi? (w05-AM 4/15 10 key. 2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 119:1-32 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Utuma manaa gara manaa tajaajilaa jirtuu gidduutti nama daandiirratti argatte tokko haasofsiisi. (lmd barumsa 1 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Maree kanaan dura gootanirratti namni sun nama jaallatu duʼaan akka dhabe sitti himee ture. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

6. Haasaa

(Daq. 5) ijwyp 83—Mata duree: Qorumsa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? (th barumsa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 40

7. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Muddeetiif Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 5)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 19 key. 6-13

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2024 | Onkoloolessa

Mata Duree Qoʼannaa 40: Muddee 9-15, 2024

6 Yihowaan “Warra Garaan Isaanii Cabe ni Fayyisa”

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi