LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Muddee 2-8
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2024 | Sadaasa

MUDDEE 2-8

FAARFANNAA 113-118

Faarfannaa 127 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Yihowaadhaaf Maalan Deebisa?

(Daq. 10)

Yihowaan nu eega, gaarummaa nutti argisiisa, akkasumas nu oolcha (Fr 116:6-8; w01-AM 1/1 11 key. 13)

Jireenya seerawwanii fi seerawwan buʼuuraa isaa wajjin wal simu jiraachuudhaan Yihowaadhaaf deebisuu dandeenya (Fr 116:12, 14; w09 7/15 29 key. 4-5)

“Aarsaa galataa” isaaf dhiheessuudhaan Yihowaadhaaf deebisuu dandeenya (Fr 116:17; w19.11 22-23 key. 9-11)

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko ofitti amanannaadhaan fuulduratti ilaalaa jiru. Fakkii: Fakkiiwwan yeroo isaaniitti akkamitti fayyadamuu akka qabanii fi akka hin qabne argisiisan. 1. Sagantaa televijinii gaarii hin taane ilaalaa jiru; waliin qoʼachaa jiru. 2. Suuqii deemanii miʼa hedduu bitaa jiru; lallaba addabaabayii irratti hirmaachaa jiru.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 116:15—Caqasa kanarratti warri Waaqayyoof “amanamoo akka taʼan” ibsaman eenyu faʼi? (w12 5/15 22 key. 1-2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 116:1–117:2 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Ija Jabina Qabaadhu—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA Taphachiisi, lmd barumsa 12 qabxii 1-2​rratti mariʼadhaa.

5. Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 12 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 60

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 19 key. 1-5, Saanduqawwan ful. 169-172​rra jiran

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2024 | Fulbaana

Mata Duree Qoʼannaa 39: Muddee 2-8, 2024

26 Kennuudhaan Gammachuu Guddaa Argadhu

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi