LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Ebla 14-20
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Bitootessa

EBLA 14-20

FAKKEENYA 9

Faarfannaa 56 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Ogeeyyii Ta’aa Malee, Qoostota Hin Ta’inaa

(Daq. 10)

Namni qoostuun gorsa jaalalaan isaaf kenname fudhachuu mannaa, nama gorsa isaaf kenne sanatti mufata (Fak 9:7, 8a; w22.02 9 key. 4)

Namni ogeessi gorsa isaaf kenname ni fudhata, nama gorsa isaaf kennes ni galateeffata (Fak 9:8b, 9; w22.02 12 key. 12-14; w01-AM 5/15 30 key. 1-2)

Namni ogeessi ni fayyadama, isa qoosurra garuu miidhaatu ga’a (Fak 9:12; w01-AM 5/15 30 key. 5)

Shamarreen tokko obboleettii maanguddoo tokkoo wajjin nyaata nyaachaa gorsa isheen kennituuf dhaggeeffachaa jirti.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 9:17—“Bishaan hatame” maalidha? Kan ‘miʼaawu’ hoo maaliifi? (w06-AM 9/15 17 key. 5)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 9:1-18 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti argameera. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADABAABAAYII. Yeroo darbe namni sun Ayyaanni Yaadannoo naannoo isaatii eessatti akka kabajamu akka argatu isa gargaarteetta.(lmd barumsa 7 qabxii 4)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Yeroo darbe namni fira kee taʼe kun Ayyaanni Yaadannoo naannoo isaatii eessatti akka kabajamu akka argatu isa gargaarteetta. (lmd barumsa 8 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 84

7. Mirga Tokko Argachuun Keessan Warra Kaanirra Akka Caaltan Godhaa?

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkas jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • “Mirga” jechuun maal jechuudha?

  • Warri gumii keessatti mirga ta’e tokko qaban akkamitti of ilaaluu qabu?

  • Mirga warra kaan tajaajiluu argachuun aangoo qabaachuurra ni caala kan jennu maaliifi?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 25 key. 5-7, saanduqa ful. 228​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 42 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Guraandhala

Mata Duree Qoʼannaa 6: Ebla 14-20, 2025

2 Dhiifama Yihowaan Nuuf Godhu kan Dinqisiifannu Maaliifi?

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi