LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Waxabajjii 2-8
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Caamsaa

WAXABAJJII 2-8

FAKKEENYA 16

Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Gaaffilee Murtoo Gaarii Gochuuf Gargaaran Sadii

(Daq. 10)

Qajeelfama Yihowaarratti amantii akkan qabu argisiisaan jiraa? (Fak 16:3, 20; w14 1/15 19-20 key. 11-12)

Murtoon koo Yihowaa ni gammachiisaa? (Fak 16:7)

Wanti warri kaan dubbatan ykn godhan garmalee dhiibbaa narratti godhaa? (Fak 16:25; w13 9/15 17 key. 1-3)

Namichi uffata gurguru tokko, obboleessa dargaggeessa tokkotti uffata qaamatti maxxanu argisiisaa jira. Obboleessi sun garuu isa dhiisee uffata seera qabeessa gaafachaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gaaffileen kun akkaataa uffannaa fi miidhaginaa ilaalchisee murtoo gaarii gochuuf kan na gargaaran akkamitti?’

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 16:22—‘Gowwoonni gowwummaa isaaniitiin kan adabaman’ akkamitti? (it-1-E 629)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 16:1-20 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Weebsaayitiin jw.org kallattiiwwan kamiin akka isa fayyadu itti argisiisi. (lmd barumsa 2 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Nama kanaan dura Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu dide akka qoʼatu affeeri. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

6. Haasaa

(Daq. 5) ijwbv mata duree 40—Mata duree: Fakkeenyi 16:3 Hiika Akkamii Qaba? (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 32

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 27 key. 10-18

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 68 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Bitootessa

Mata Duree Qoʼannaa 13: Waxabajjii 2-8, 2025

26 Harki Yihowaa Gabaabaa Miti

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi