LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Caamsaa 26–Waxabajjii 1
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Caamsaa

CAAMSAA 26–WAXABAJJII 1

FAKKEENYA 15

Faarfannaa 102 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Warri Kaan Garaa Gammade Akka Qabaatan Gargaaraa

(Daq. 10)

Obboloonni keenya qorumsi cimaan yeroo isaan mudatu guyyoonnisaanii hundi gaarii akka hin taane isaanitti dhagaʼamuu dandaʼa (Fak 15:15)

Namoota haala rakkisaa dandamachaa jiran keessummummaa simadhaa (Fak 15:17; w10 11/15 31 key. 16)

“Gammachuudhaan ilaaluu” fi jechoota gaarii muraasa dubbachuun qoftillee baayʼee isaan jajjabeessuu dandaʼa (Fak 15:23, 30, milj.; w18.04 23-24 key. 16-18)

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko obboleettii maanguddoo tokkoo wajjin manashiitti nyaata nyaachaa jiru.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gumii keenya keessaa namni jajjabinni isa barbaachisu jiraa? Ani gargaaruu kanan dandaʼu akkamitti?’

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 15:22—Dhugaan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kun yaalii fayyaa ilaalchisee murtoo gaarii gochuuf kan nu gargaaru akkamitti? (ijwbq mata duree 39 key. 3)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 15:1-21 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 1 qabxii 5)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Kitaaba Qulqulluu Akka Qoʼatu Affeeri. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

6. Barattoota Gochuu

(Daq. 5) Barataa Kitaaba Qulqulluu mormiin maatii isa mudachaa jiru jajjabeessi. (th qoʼannaa 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 155

7. Qorumsi Jiraatus Garaa Gammade Qabaachuu ni Dandeenya

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYOO Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya . . . Dhiphinni Nu Irra Gaʼus, Beelofnus, Akkasumas Yoo Daarres jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Muuxannoowwan kanarraa maal barattan?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 27 key. 1-9

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 100 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Bitootessa

Mata Duree Qoʼannaa 12: Caamsaa 26, 2025–Waxabajjii 1, 2025

20 Amantiidhaan Deddeebiʼuu Keessan Itti Fufaa

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi