LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Onkoloolessa 27–Sadaasa 2
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Fulbaana

ONKOLOOLESSA 27–SADAASA 2

LALLABA 11-12

Faarfannaa 155 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Fayyaa Keessan Eeggachuudhaan Gammachuudhaan Jiraadhaa

(Daq. 10)

Yeroo dandaʼamutti aduu qaammadhaa, akkasumas qilleensa fudhadhaa (Lal 11:7, 8; w23.03 25 key. 16)

Karaa miiraa fi karaa qaamaa of kunuunsaa (Lal 11:10; w23.02 21 key. 6-7)

Hunda caalaammoo, garaa guutuudhaan Yihowaa waaqeffadhaa (Lal 12:13; w24.09 2 key. 2-3)

Hiriyoonni gaaʼelaa maanguddoota taʼan tokko gammachuudhaan biqiltuu waliin kunuunsaa jiru.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Lal 11:6—Qajeelfama Lallaba 11:6​rratti argamurraa maal baranna? (w18.05 16 key. 16-18)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Lal 12:1-14 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Hordofii Gargaari

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 8 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Namni haasofsiistu, maree kanaan dura gootanirratti nama jaallatu dhiheenyatti duʼaan akka dhabe sitti himeera. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

6. Haasaa

(Daq. 5) lmd kutaa dabalataa A qabxii 13—Mata duree: Waaqayyo nu Gargaaruu Barbaada. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 111

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 30-31

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 8 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Hagayya

Mata Duree Qoʼannaa 34: Onkoloolessa 27, 2025–Sadaasa 2, 2025

14 Yihowaan Dhiifama Akka Siif Godhe Amani

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi