LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Sadaasa 24-30
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Sadaasa

SADAASA 24-30

ISAAYYAAS 1-2

Faarfannaa 44 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Abdii Namoonni ‘Dogoggorri Isaanii Itti Ulfaate’ Qaban

(Daq. 10)

[VIIDIYOO Beeksisa Kitaaba Isaayaas jedhamu taphachiisi.]

Sabni Waaqayyoo ‘dogoggorri isaanii itti ulfaatee’ ture (Isa 1:4-6; ip-1-AM 14 key. 8)

Yihowaan yoo isaan yaada geddaratan guutummaatti dhiifama isaaniif gochuuf fedhii qaba ture (Isa 1:16, 18; w24.08 9 key. 6)

Suufii adii afata diimaa bira jiru.

KANA IRRATTI XIINXALI: Affeerraan Yihowaan saba Israaʼeliif dhiheesse cubbuun keenya dhiifama argachuu akka hin dandeenye yeroo nutti dhagaʼamutti kan nu jajjabeessu akkamitti?

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 2:2—Waaqeffannaa qulqulluun gaara baayʼee dheeraa taʼerra akka jirutti kan ibsame maaliifi? (rr 142 key. 16-17)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 2:1-11 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Kutaa dabalataa A birooshura Namoota Jaalladhu jedhamuurraa dhugaa tokko itti himi. (lmd barumsa 3 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiistu mata duree ati irratti qophoofterraa adda taʼerratti mariʼachuu barbaada. (lmd barumsa 7 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) ijwbq mata duree 96—Mata Duree: Cubbuun Maali Dha? (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 38

7. Michuu Yihowaa Taʼi—Yihowaan Dhiifama ni Godha

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Dandaʼamnaan ijoollee dursitee filatte gara waltajjiitti affeeriitii viidiyichaa fi barumsa viidiyicharraa argatan ilaalchisee gaaffii isaan gaafadhu.

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 38, seensa kutaa 7 fi barumsa 39

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 89 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Fulbaana

Mata Duree Qoʼannaa 38: Sadaasa 24-30, 2025

14 Namootatti Kabaja Argisiisi

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi