LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Muddee 1-7
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Sadaasa

MUDDEE 1-7

ISAAYYAAS 3-5

Faarfannaa 135 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Yihowaan Tajaajiltoonnisaa Akka Isaaf Ajajaman ni Eega, Isaaf Malas

(Daq. 10)

Yihowaan “maasii wayinii” isaarratti muka wayinii of eeggannoodhaan erga ‘dhaabee’ booda firii gaarii akka godhatu irraa eegeera (Isa 5:1, 2, 7; ip-1-AM 73-74 key. 3-5; 76 key. 8-9)

‘Maasiin wayinii’ Yihowaa firii wayinii bosonaa qofa argamsiise (Isa 5:4; w06-AM 6/15 18 key. 1)

Yihowaan “maasii wayinii” sana ona akka godhu waadaa galeera (Isa 5:5, 6; w06-AM 6/15 18 key. 2)

Qotee bulaan gaddee jiru tokko firii wayinii maasii wayiniisaa keessa jiru ilaalaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Seenaan kun Yihowaa gaddisiisuurraa fagaachuuf kan na kakaasu akkamitti?’

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 5:20—Seexanni nu gowwoomsuuf kan yaalu akkamitti? (w24.03 22 key. 10)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 5:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Viidiyoo Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokkorratti mariʼadhaa. (lmd barumsa 1 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama haasofsiistutti waaʼee appilikeeshinii JW Library itti himi, moobaayilii isaarratti akka feʼatus isa gargaari. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

6. Barattoota Gochuu

(Daq. 5) Barataa Kitaaba Qulqulluu mormiin maatii isa mudachaa jiru jajjabeessi. (lmd barumsa 12 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 65

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 40-41

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Fulbaana

Mata Duree Qoʼannaa 39: Muddee 1-7, 2025

20 Warra “Kakaʼumsa Sirrii Qaban” Dafaa Gargaaraa

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi