MUDDEE 1-7
ISAAYYAAS 3-5
Faarfannaa 135 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Yihowaan Tajaajiltoonnisaa Akka Isaaf Ajajaman ni Eega, Isaaf Malas
(Daq. 10)
Yihowaan “maasii wayinii” isaarratti muka wayinii of eeggannoodhaan erga ‘dhaabee’ booda firii gaarii akka godhatu irraa eegeera (Isa 5:1, 2, 7; ip-1-AM 73-74 key. 3-5; 76 key. 8-9)
‘Maasiin wayinii’ Yihowaa firii wayinii bosonaa qofa argamsiise (Isa 5:4; w06-AM 6/15 18 key. 1)
Yihowaan “maasii wayinii” sana ona akka godhu waadaa galeera (Isa 5:5, 6; w06-AM 6/15 18 key. 2)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Seenaan kun Yihowaa gaddisiisuurraa fagaachuuf kan na kakaasu akkamitti?’
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
Isa 5:20—Seexanni nu gowwoomsuuf kan yaalu akkamitti? (w24.03 22 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Isa 5:1-12 (th qoʼannaa 5)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. Viidiyoo Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokkorratti mariʼadhaa. (lmd barumsa 1 qabxii 5)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama haasofsiistutti waaʼee appilikeeshinii JW Library itti himi, moobaayilii isaarratti akka feʼatus isa gargaari. (lmd barumsa 9 qabxii 5)
6. Barattoota Gochuu
(Daq. 5) Barataa Kitaaba Qulqulluu mormiin maatii isa mudachaa jiru jajjabeessi. (lmd barumsa 12 qabxii 4)
Faarfannaa 65
7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) lfb barumsa 40-41