LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Muddee 29, 2025–Amajjii 4, 2026
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Sadaasa

MUDDEE 29, 2025–AMAJJII 4, 2026

ISAAYYAAS 14-16

Faarfannaa 63 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. Diinonni Saba Waaqayyoo Adaba Jalaa hin Oolan

(Daq. 10)

Baabilon ishiin of tuultuu taate bara baraaf ni baddi (Isa 14:13-15, 22, 23; ip-1-AM 180 key. 16; 184 key. 24)

Yihowaan biyyasaa keessatti Asooricha ni caccabsa (Isa 14:24, 25; ip-1-AM 189 key. 1)

Yihowaan Moʼaabiin ni salphisa (Isa 16:13, 14; ip-1-AM 194 key. 12)

Fakkiiwwan: 1. Dallaa fi balbala magaalaa Baabilon isa baayʼee dheeraa taʼe. 2. Jijjigaa magaalaa Baabilon yeroo harʼaa jiru.

Left: C. Sappa/DeAgostini via Getty Images; right: Image © Homo Cosmicos/Shutterstock

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Isa 14:17—Yihowaan warra boojuu jala jiraniif abdii akkamii kenne? Kunoo Yihudoota yaada geddaratanirratti dhiibbaa akkamii godhe? (w25.05 10 key. 8)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Isa 16:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) MANAA GARA MANAA. (lmd barumsa 2 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADDABAABAAYII. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Haasaa

(Daq. 5) ijwbq mata duree 108—Mata Duree: Raajiin Maali? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 2

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 48-49

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Onkoloolessa

Mata Duree Qoʼannaa 43: Muddee 29, 2025–Amajjii 4, 2026

24 Warra Kaaniif Kadhachuu hin Dagatinaa

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi