LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fedhiidhaan of Dhiheessuun Keessan Yihowaan Akka Jajamu Taasisa!
    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2017 | Ebla
    • 6. Jiraattota Israaʼelii fi loltoota Yaabiin gidduu garaa garummaa akkamiitu jira ture?

      6 Mootii Kanaʼaanotaa kan taʼe Yaabiin, gara waggoota 20tiif Israaʼeloota ‘jabeessee cunqursaa’ ture. Jiraattonni magaalattii manaa baʼuu iyyuu sodaatanii turan. Kana malees, meeshaa waraanaa ittiin lolanis taʼe ittiin of irraa faccisan hin qaban turan; diinonni isaanii garuu konkolaataawwan sibilaa 900 qabu turan.—Abo. 4:1-3, 13; 5:6-8.a

  • Fedhiidhaan of Dhiheessuun Keessan Yihowaan Akka Jajamu Taasisa!
    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2017 | Ebla
    • a Konkolaataawwan kun haamtuu sibiilaa dheeraa qara taʼe qabu turan. Haamtuuwwan kun handhuura gommaa konkolaataa sanaa irratti qabsiifamu. Maarree namni meeshaa waraanaa sodaachisaa taʼe kanatti siquuf ija jabaatu jiraa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi