- 
	                        
            
            Jireenyakee Keessatti Qaamni Hunda Caalu Eenyudha?Masaraa Eegumsaa—2011 | Caamsaa 15
 - 
                            
- 
                                        
7, 8. Iyoob qorumsawwan akkamii isarra gaʼaniiru? Hamma dhumaatti amanamaa taʼuudhaan maal mirkaneesse?
7 Yihowaan, Seexanni walitti aansee Iyoobirra qorumsa akka geessisu heyyame. (Iyo. 1:12-19) Iyoob haalasaa isa jijjiirame kanaaf deebii kan kenne akkamitti ture? Iyoob, “hin yakkine, ‘Dabaa hojjette’ jedhees Waaqayyoon hin hadheessine” jedhameera. (Iyo. 1:22) Haataʼu malee, Seexanni ammas calluma hin jenne. “Inni fayyaa isaa ti, gogaan isaa iyyuu hin tuqamne; [“gogaan qooda gogaati,” hiika bara 1899] namni wanta qabu hundumaa lubbuu isaaf in kenna” jechuudhaan himata dabalataa dhiheesse.b (Iyo. 2:4) Seexanni, Iyoob rakkinni yoo isarra gaʼe, Yihowaan jireenyasaa keessatti Qaama hunda caalu akka hin taane murteessa jedhee himata dhiheesse.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Jireenyakee Keessatti Qaamni Hunda Caalu Eenyudha?Masaraa Eegumsaa—2011 | Caamsaa 15
 - 
                            
- 
                                        
a Seensa Macaafa Qulqulluu Amaariffaa Addisuu Madabanyaa Tirgum jedhamu, fuula 6rratti ibsa mataduree xiqqaa “Malakotaawiiwu Sim” jedhu jala jiru ilaali.
 
 -