LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ‘Inni Duʼeera, Garuu Ammayyuu Dubbachaa Jira’
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 5. Yesus, Abeel yeroo ‘biyyi lafa uumametti’ akka jiraate yommuu dubbatu maal jechuusaa ture? (Miiljalees ilaali.)

      5 Abeel kan dhalate namoonni jalqabaa erga uumamanii baayʼee utuu hin turiinidha. Yeroo booda Yesus, Abeel yeroo ‘biyyi lafaa uumametti’ akka jiraate dubbateera. (Luqaas 11:50, 51 dubbisi.) Yesus yommuu akkas jedhu, waaʼee ilmaan namootaa cubbuurraa furamuuf abdii qabanii dubbachuusaa ture. Abeel lafa kanarra jiraachuudhaan nama arfaffaa taʼus, nama yeroo jalqabaatiif Waaqayyo cubbuurraa furamuu akka qabu murteesse taʼuu hin oolu.a Abeel nama fakkeenya gaarii isaaf taʼu gidduutti akka hin guddanne beekamaadha.

  • ‘Inni Duʼeera, Garuu Ammayyuu Dubbachaa Jira’
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • a Yaanni ‘uumama biyya lafaa’ jedhu, sanyii facaasuufi mucaa godhachuu yaada jedhu waan dabalatuuf, yaanni kun ijoollee Addaamiifi Hewwaan warra jalqabaa kan argisiisudha. Haataʼu malee, Yesus mucaa Addaamiifi Hewwaan isa angafaa kan taʼe Qaayin utuu hin taʼin, Abeeliin ‘uumama biyya lafaa’ wajjin wal qabsiisee kan ibse maaliifi? Murtoon Qaayin godheefi tarkaanfiin inni fudhate, taʼe jedhee Yihowaarratti kaʼuusaa kan argisiisu waan tureefidha. Kanaaf, Qaayin akkuma warrasaa duʼaa kaʼuufis taʼe furamuuf abdii kan qabu hin fakkaatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi