LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Kitaabni Qulqulluun Warri Keenya Yommuu Dullooman Kunuunsuu Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
      • Yesuus, duʼuu isaa yeroo muraasa dura, nama haadha isaa Maariyaamiif kunuunsa godhu ramadeera; haala isaa irraa hubachuun akka dandaʼamutti ishiin yeroo sanatti dubartii abbaan manaa irraa duʼe turte.—Yohaannis 19:26, 27.a

  • Kitaabni Qulqulluun Warri Keenya Yommuu Dullooman Kunuunsuu Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • a Kana ilaalchisee barreeffamni Kitaaba Qulqulluu irratti ibsa kennu tokko akkana jedheera: “Tarii [Abbaa manaa Maariyaam kan taʼe] Yoseef yeroo dheeraa dura waan duʼeef, ilmi ishii Yesuus ishii gargaaraa ture; inni immoo amma duʼuuf jedha; maarree sana booda akkam taati laata? . . . Kiristoos as irratti ijoolleen warra isaanii dullooman gargaaruu akka qaban barsiiseera.”—The NIV Matthew Henry Commentary in One Volume, fuula 428-429.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi