LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Duraan Dursaatii Yaada Keessan “Qajeelummaa Isaa” Barbaaduutti Hidhaa!
    Masaraa Eegumsaa—2010 | Onkoloolessa 15
    • Balaa Qajeelaa Of Gochuun Geessisu

      5. Balaa akkamiirraa fagaachuu nu barbaachisa?

      5 Phaawulos ergamaan, Kiristiyaanota warra Roomaatiif yeroo barreessu, duraan dursinee qajeelummaa Waaqayyoo barbaaduurratti milkaaʼina argachuu yoo barbaanne balaa hundi keenya irraa fagaachuu nu barbaachisu ibseera. Phaawulos, namoota akkasaa Yihudoota taʼaniin akkas jedhee ture: “Isaan Waaqayyoof akka hinaafan dhugaa nan baʼaaf; haa taʼu iyyuu malee, Waaqayyoof hinaafuun isaanii akka hubannaa dhugaatti miti. Qajeelummaa isa Waaqayyo kennu wallaalanii, qajeelummaa mataa isaanii dhaabbachuu yaalaniiru; qajeelummaa isa Waaqayyo namaaf kennu jalas of hin galchine.” (Rom. 10:2, 3) Akka Phaawulos jedhetti, namoonni kun qajeelummaa mataa isaanii dhaabbachuuf yaaluutti waan qabamaniif, qajeelummaa Waaqayyo utuu hin hubatin hafaniiru.a

  • Duraan Dursaatii Yaada Keessan “Qajeelummaa Isaa” Barbaaduutti Hidhaa!
    Masaraa Eegumsaa—2010 | Onkoloolessa 15
    • a Akka hayyuun tokko jedhetti, jechi “dhaabbachuu” jedhu kun afaan jalqabaatiin ‘siidaa dhaabuu’ jedhamee hiikamuus ni dandaʼa. Kanaaf, Yihudoonni sun ulfina Waaqayyootiif utuu hin taʼin ulfina ofiisaaniitiif fakkeenyaan siidaa mataasaanii dhaabbachaa turan jechuudha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi