LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ‘Gammachuu fi Hafuura Qulqulluudhaan Guutaman’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • 10. Imalli Phergeerraa gara Anxokiyaa Phisiidiyaatti godhame maal akka fakkaatu ibsi.

      10 Akkuma Phergee gahaniin, Yohaannis Maarqos, Phaawulosii fi Baarnaabaas irraa adda baʼuudhaan gara Yerusaalemitti deebiʼe. Akka tasaa isaanirraa adda kan baʼe maaliif akka taʼe hin ibsamne. Phaawulosii fi Baarnaabaas imalasaanii itti fufuudhaan Phergeedhaa kaʼanii gara magaalaa Anxokiyaa Phisiidiyaa ishii bulchiinsa Galaatiyaa keessatti argamtuu dhaqan. Anxokiyaa Phisiidiyaan sirrii galaanaarraa meetira 1,100 ol kaatee waan argamtuuf imallisaanii kun salphaa hin turre. Kana malees, magaalaa kana gaʼuuf daandiiwwan gaarreen gidduutti argamanii fi saamtonni hedduun keessatti argaman qaxxaamuruu qabu. Isayyuummoo Phaawulos dhukkubaan kan qabame yeroo kanatti taʼuu hin oolu.h

  • ‘Gammachuu fi Hafuura Qulqulluudhaan Guutaman’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • h Phaawulos gumii Galaatiyaatiif xalayaa kan barreesse waggoota hedduu booda ture. Xalayaa isaaniif barreesse irratti, “yeroo jalqabaatiif misiraachoo isiniif lallabuuf carraa kanan argadhe, dhukkubsachuu kootiin kan kaʼe akka taʼe beektu” jedheera.—Gal. 4:13.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi