LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 14
  • Wanti Hundi Haaraa Ta’a

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wanti Hundi Haaraa Ta’a
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Waaqaaf Of Murteessineerra!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaan Mootii Keenya!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaan Mootii Keenya!
    Yihowaa Faarfadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 14

Faarfannaa 14

Wanti Hundi Haaraa Ta’a

(Mul’ata 21:​1-5)

1. Ilmi Yihowaa ulfinaan muudamee.

Kun ta’uusaa ‘Milikkinnii’ himee.

Dinnisaa samiirratti moo’amee,

Lafaafis qophinsaa xumuramee.

(WALLEE)

Iishoo! Waaqayyoo nu faanaa,

Iisaa wajjin ni jiraannaa.

Dhibeef boo’ichi hin jiraatu,

Gaddis duutis nurraa fagaatu;

‘Hunda haaraan godha’ jedhee Waaqnii.

Eeyyee ni raawwata ‘nnii.

2. Haa argan namoon Yerusaalem haaraa

Baa’yee ibsitii misirroon hoolaa.

Faayaan uffattee namatti tolaa,

Ifa hin qabduu Yihowaan alaa.

(WALLEE)

Iishoo! Waaqayyoo nu faanaa,

Iisaa wajjin ni jiraannaa.

Dhibeef boo’ichi hin jiraatu,

Gaddis duutis nurraa fagaatu;

‘Hunda haaraan godha’ jedhee Waaqnii.

Eeyyee ni raawwata ‘nnii.

3. Magaalaan kun gammachuu namootaatii.

Karrashee halkaniif guyyaa bantii.

Saboonnii ni deemu ifasheettii;

Isinis jiraadhaa isumattii.

(WALLEE)

Iishoo! Waaqayyoo nu faanaa,

Iisaa wajjin ni jiraannaa.

Dhibeef boo’ichi hin jiraatu,

Gaddis duutis nurraa fagaatu;

‘Hunda haaraan godha’ jedhee Waaqnii.

Eeyyee ni raawwata ‘nnii.

(Dabalataan Mat. 16:3; Mul. 12:​7-9; 21:​23-​25 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi