LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 8
  • Irbaata Gooftaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irbaata Gooftaa
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Irbaata Gooftaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Amma Tokko Taaneerra
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jireenyi Ajaaʼiba
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Manaa Gara Manaatti”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 8

Faarfannaa 8

Irbaata Gooftaa

(Maatewos 26:​26-​30)

1. Yihowaa Aabbaa ‘sa waaqarraa,

Hunda caala galgal har’aa!

Niisaan kudhaafur ulfinnikee mul’atee,

Amalawwan kee ibsitee.

Hoolaan Faasikaa ni nyaatamee,

Israa’elis ni furamee.

Gooftaan dhiigasaa nuu dhangalaase booddee

Raajii kana raawwachuuf jedhee.

2. Si duratti sassaabamneerraa.

Hoolotakee sii taaneerraa.

Si jajanna waan nuu ergiteef Ilmakee,

Faarsuuf qulqulluu maqaakee.

Ayyaana Yaadannoosaa kanaa,

Garaaf sammuutti qabannaa.

Yoomiyyuu fakkeenya Kiristos hordofnaa

Barabaraan ittiin jiraannaa.

(Dabalataan Luq. 22:​14-​20; 1 Qor. 11:​23-​26 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi