LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 45
  • Fuulduratti Adeemi!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fuulduratti Adeemi!
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaʼeessummaatti Guddadhu!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • ‘Ifni Keessan haa Ifu’
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Dubbicha Lallabi”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Manaa Gara Manaatti”
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 45

Faarfannaa 45

Fuulduratti Adeemi!

(Ibroota 6:⁠1)

1. Guddadhuu guddadhuu ga’eessummaattii!

Dandeettii guddifachuun fedha Waaqayyoti.

Jabaadhuu argami tajaajilattii,

Gammadi eebbasaatti.

Ga’ee qabda hojicha keessaa,

Beekta Yesus kana gochuusaa.

Hin kuftuu Waaqakee qabi harkasaa,

Jaji qajeelummaasaa.

2. Jabaadhuu jabaadhuu dubbicha labsii!

Ergaa jireenyaa nama hundatti beeksisi.

Warra kaanii wajjin Uumaakee faarsii,

Mana dhaqii barsiisii.

Diinni si doorsisuu barbaadaa

Lallabi tuffachuudhaan sodaa.

Mootummaan Waaqayyoo dhufuusaa ibsii.

Namoota dhageessisii.

3. Jabaadhuu jabaadhuu carraaqqii keettii

Hojii sii kennamu hojjedhu ciminattii.

Hafuura Waaqayyoorraa argattuttii.

Gammadi Yihowaattii.

Jaalladhuu namoota hundumaa.

Deebi’ii tuquuf garaa namaa.

Haaguddatan gargaari ammaa ammaa,

Dhugaan kanaan ibsamaa.

(Dabalataan Filp. 1:27; 3:16; Ibr. 10:39 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi