LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • snnw far. 138
  • Maqaan Kee Yihowaa Dha

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maqaan Kee Yihowaa Dha
  • Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maqaan Kee Yihowaa Dha
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Jireenya Qajeelchaa
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Jabaatanii Akka Dhaabbatan Isaan Barsiisaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
snnw far. 138

Faarfannaa 138

Maqaan Kee Yihowaa Dha

Isa Bifa Maxxansaan Jiru
  • Walaloo Qofa

  • Nootaa Wajjin

(Faarfannaa 83:18, NW)

  1. Jiraataa fi dhugaa—

    Waaqa uumama hundaa,

    Dhalootaa dhalootatti—

    Yihowaa dha ati.

    Saba kee waan taaneef

    Gammanneerra ni boonna.

    Qomoof saba hundatti,

    Ulfina kee himna.

    (WALLEE)

    Yihowaa, Yihowaa,

    Kan akka kee ’n jiru.

    Samii keessas lafa irras

    Waaqni si qofa dha.

    Hunda dandaʼuu kee ati;

    Haa beekan namooti.

    Yihowaa, Yihowaa,

    Si qofa dha Waaqni keenya.

  2. Akka taanu goota

    Wanta ati barbaadde

    Haa raawwannuuf fedha kee—

    Yihowaa dha ati.

    Dhugaa Baatota koo

    Jettee maqaa nuu laatte.

    Saba maqaa keef taʼu—

    Gootee nu filatte.

    (WALLEE)

    Yihowaa, Yihowaa,

    Kan akka kee ’n jiru.

    Samii keessas lafa irras

    Waaqni si qofa dha.

    Hunda dandaʼuu kee ati;

    Haa beekan namooti.

    Yihowaa, Yihowaa,

    Si qofa dha Waaqni keenya.

(Dabalataan 2 Sen. 6:​14; Far. 72:19; Isa. 42:8 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi