LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 142
  • Abdii Keenya Cimsinee Qabachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Abdii Keenya Cimsinee Qabachuu
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faarfannaa isa Haaraa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Faarfannaa Haaraa
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Jireenya Dhuma hin Qabne!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Dhumarratti Jireenya Barabaraa Arganna!
    Yihowaa Faarfadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 142

FAARFANNAA 142

Abdii Keenya Cimsinee Qabachuu

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Ibroota 6:18, 19)

  1. 1. Ilmaan namaa dukkana keessaa hin baane.

    Yaaliin godhan isaaniif hin milkoofne.

    Baayʼee cimaa waan taʼeef cubbuun dhaalan,

    Waliif aarsaa taʼuuʼn dandaʼan.

    (BUUSAA)

    Gammadaa guyyichi dhihaateera!

    Yihowaan karaa ilmasaa nu fura.

    Hammina guutummaatti balleessa;

    Abdii kana qabaachuun nu jabeessa.

  2. 2. Guyyaan murtii Waaqaa dhiheenyatti dhufa;

    “Hamma yoomiitti?” jechuunis ni hafa.

    Uumamasaa aadu bilisa baasa.

    Isa jajaa, nuu wajjin faarsaa.

    (BUUSAA)

    Gammadaa guyyichi dhihaateera!

    Yihowaan karaa ilmasaa nu fura.

    Hammina guutummaatti balleessa;

    Abdii kana qabaachuun nu jabeessa.

(Dabalataan, Far. 27:14; Lal. 1:14; Yoe. 2:1; An. 1:2, 3; Rom. 8:22 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi