Faarfannaa 29
Amanamummaadhaan Deddeebi’uu
1. Yihowaakoo, maalo naa faradii;
Sittan amanamaa suman qabaa abdii.
Eenyummaakoo keessakoo ilaalii;
Akkan qulqullaa’uuf, Garaakoo madaalii.
(WALLEE)
Aanii garuu, kunoo murteesseeraa
Amanamaa ta’uuf hamma barabaraa.
2. Hin barbaaduu taa’uuf hamoo wajjin.
Sobdootan jaalladhuu warra dhugaa jibban.
Hamoo faanaa, anan balleessinii;
Cubbamootaa wajjin, anan lakkaa’inii.
(WALLEE)
Aanii garuu, kunoo murteesseeraa
Amanamaa ta’uuf hamma barabaraa.
3.An manakee baay’ee jaalladheeraa.
Waaqeffannaakeetis, yoomiyyuun deeggeraa.
Bakka aarsaakee naanna’uun fedhaa,
Galatan siif qabuu nan dhageessifadhaa.
(WALLEE)
Aanii garuu, kunoo murteesseeraa
Amanamaa ta’uuf hamma barabaraa.
(Dabalataan Far. 25:2 ilaali.)