LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • igw ful. 2-ful. 3
  • Gaaffii 1: Waaqayyo eenyudha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 1: Waaqayyo eenyudha?
  • Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
igw ful. 2-ful. 3

GAAFFII 1

Waaqayyo eenyudha?

Nama gara samii ilaalaa jiru

“Maqaan kee ‘Isa Jiraataa’ [“Yihowaa,” NW] akka taʼe, ati kophaa kee guutummaa biyya lafaa irratti gooftaa isa hundumaa gararraa jiru taʼuu kees haa beekan!”

Faarfannaa 83:18

“Gooftichi Waaqayyo [“Yihowaa,” NW] akka taʼe beekaa! Isatu nu uume, nuyi immoo kan isaa ti; nuyi saba isaa ti.”

Faarfannaa 100:3

“Ani Waaqayyoo [“Yihowaa,” NW] dha, maqaan koo isa kana; ani ulfina koo kan biraatiif hin kennu, maqaa koo isan ittiin galateeffamus waaqayyolii tolfamaniif hin dhiisu.”

Isaayaas 42:8

“Namni maqaa gooftaa [“Yihowaa,” NW] waammatu hundinuu in oola.”

Roomaa 10:13

“Manni illee adduma addaan nama tokkoon in ijaarama; inni wanta hundumaa ijaare garuu Waaqayyoo dha.”

Ibroota 3:4

“Mee ol jedhaatii ija keessaniin ilaalaa! Urjoota kana hundumaa eenyutu uume? Macca isaanii lakkoobsaan eenyutu gad yaasa? Hunduma isaaniis maqaa maqaadhaan in waama, inni humna-qabeessaa fi aango-qabeessa waan taʼeef, isaan keessaa kan dhabamu tokko illee hin jiru.”

Isaayaas 40:26

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi