LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • igw ful. 8-ful. 9
  • Gaaffii 5: Dhaamsi Macaafa Qulqulluu maalidha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 5: Dhaamsi Macaafa Qulqulluu maalidha?
  • Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
igw ful. 8-ful. 9

GAAFFII 5

Dhaamsi Macaafa Qulqulluu maalidha?

“Ani sii fi dubartittii gidduu, sanyii isheetii fi sanyii kee gidduus diinummaa nan buusa; inni mataa kee in buruqsa, atis koomee isaa in iddita.”

Uumama 3:15

“Ati waan anaaf abboomamteef, sabni biyya lafaa irraa hundinuu sanyii keetiin in eebbifamu.

Uumama 22:18

“Mootummaan kee haa dhufu, jaalalli kee waaqa irratti akka taʼu, akkasuma immoo lafa irratti haa taʼu!”

Maatewos 6:10

“Waaqayyo inni nagaa kennu immoo dafee Seexana miilla keessan jalatti in caccabsa.”

Roomaa 16:20

“Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in taʼa.”

1 Qorontos 15:28

“Waaqayyo Abrahaamii fi hidda isaatiif abdii kenneera . . .  innis Kristos. Erga kan Kristos taatanii, yoos isin sanyii Abrahaam[i].”

Galaatiyaa 3:16, 29

“Mootummaan biyya lafaa kan gooftaa keenyaa, kan Masiihii isaatiis taʼeera; inni immoo baraa hamma bara baraatti in moʼa.”

Mulʼata 11:15

“Bineensi guddichi akka jawwee sun, bofni bara durii, inni Diiyaabilos, Seexanas jedhame, inni guutummaa biyya lafaa wallaalchisu gara biyya lafaatti gad in darbatame; ergamoonni isaas isaa wajjin gad in darbataman.”

Mulʼata 12:9

“Inni bineensa akka jawwee, bofa bara durii, Diiyaabilos, Seexana sana qabee, waggaa kuma tokkoof in hidhe.”

Mulʼata 20:2

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi