BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | DAANI’EL 10-12
Yihowaan Mootota Gara Fuulduraatti Kaʼan Dursee Hubateera
Mootonni afur Faares keessaa kaʼu. Inni afuraffaan ‘waan hundumaa mootummaa Giriikii irratti in kaasa.’
Qiiros Guddicha
Kaambiisas Lammaffaa
Daariyos Tokkoffaa
Xaraksiis Tokkoffaa (Ahashweros Mooticha Asteeriin akka fuudhe amanamu)
Mootiin Giriikii humna guddaa qabu kaʼee bulchiinsa isaa balʼifata.
Iskindir Guddicha
Bulchiinsi Giriikii janaraalota Iskindir afuriif hihhiraman.
Kaasaandar
Liisiimaakas
Salukas Tokkoffaa
Toolemii Tokkoffaa